Oromo Translation - Rowwad Translation Center

Ayah by Ayah

Tags

Download Links

Oromo Translation - Rowwad Translation Center translation for Surah Az-Zumar — Ayah 7

39:7
إِن تَكۡفُرُواْ فَإِنَّ ٱللَّهَ غَنِيٌّ عَنكُمۡۖ وَلَا يَرۡضَىٰ لِعِبَادِهِ ٱلۡكُفۡرَۖ وَإِن تَشۡكُرُواْ يَرۡضَهُ لَكُمۡۗ وَلَا تَزِرُ وَازِرَةٞ وِزۡرَ أُخۡرَىٰۚ ثُمَّ إِلَىٰ رَبِّكُم مَّرۡجِعُكُمۡ فَيُنَبِّئُكُم بِمَا كُنتُمۡ تَعۡمَلُونَۚ إِنَّهُۥ عَلِيمُۢ بِذَاتِ ٱلصُّدُورِ ٧
Yoo kafartan, Rabbiin isin irraa dureessa. Garuu gabroota Isaatiif kufrii hin jaalatu. Yoo (Isa) galateeffattan isa isiniif jaallata. (Lubbuun) dilii hojjattu takka dilii (nama) biraa hin baadhattu. Ergasii gara Gooftaa keessaniiti deebiin keessan. Inni waan isin dalagaa turtan isinitti odeessa. Inni beekaa waan qomoowwan keessaati.1
Footnotes
  • [1] Rabbiin gabroottan isaa kafaruu hinjaalatu, kurittis hin ajaju, irraa dhoowwe. iimaanatti ajaje, amanuu isaanii nijaalata galatallee galchaaf.

Changelog