Oromo Translation - Rowwad Translation Center

Ayah by Ayah

Tags

Download Links

Oromo Translation - Rowwad Translation Center translation for Surah Al-Fath — Ayah 17

48:17
لَّيۡسَ عَلَى ٱلۡأَعۡمَىٰ حَرَجٞ وَلَا عَلَى ٱلۡأَعۡرَجِ حَرَجٞ وَلَا عَلَى ٱلۡمَرِيضِ حَرَجٞۗ وَمَن يُطِعِ ٱللَّهَ وَرَسُولَهُۥ يُدۡخِلۡهُ جَنَّٰتٖ تَجۡرِي مِن تَحۡتِهَا ٱلۡأَنۡهَٰرُۖ وَمَن يَتَوَلَّ يُعَذِّبۡهُ عَذَابًا أَلِيمٗا ١٧
(Lola irraa hafuudhaaf) jaamaa irra badiin hin jiru. Hokkolaa irras badiin hin jiru. Dhukkubsataa irras diliin hin jiru. Nama Rabbiifi ergamaa isaatif ajajame, (Rabbiin) jannatoowwan laggeen ishee jala yaatu isa seensisa. Nama irraa garagale immoo adabbii laalessaa isa adaba.

Changelog