Oromo Translation - Rowwad Translation Center

Ayah by Ayah

Tags

Download Links

Oromo Translation - Rowwad Translation Center translation for Surah Al-Fath — Ayah 18

48:18
۞ لَّقَدۡ رَضِيَ ٱللَّهُ عَنِ ٱلۡمُؤۡمِنِينَ إِذۡ يُبَايِعُونَكَ تَحۡتَ ٱلشَّجَرَةِ فَعَلِمَ مَا فِي قُلُوبِهِمۡ فَأَنزَلَ ٱلسَّكِينَةَ عَلَيۡهِمۡ وَأَثَٰبَهُمۡ فَتۡحٗا قَرِيبٗا ١٨
(Yaa Muhammad!) Rabbiin mu’uminoota yeroo isaan muka jalatti waadaa siif seenan irraa jaallateera. Waan onneewwan isaanii keessa jiru beekeera. Tasgabbii isaan irratti buuse. injifannoo dhihoo ta’e (injifannoo keybar) isaaniif galata galche.1
Footnotes
  • [1] waadaa jaalatamtuu jedhamti, sahaabaan sijalaa hinhafnu lolarratti jedhanii nabiif waadaa seenan. usmaaniif nabiitu ufumaa harka isaa lameen waliin dhayee tun ta usmaani jedhee waadaa seeneef.

Changelog