Oromo Translation - Rowwad Translation Center

Ayah by Ayah

Tags

Download Links

Oromo Translation - Rowwad Translation Center translation for Surah Al-Fath — Ayah 26

48:26
إِذۡ جَعَلَ ٱلَّذِينَ كَفَرُواْ فِي قُلُوبِهِمُ ٱلۡحَمِيَّةَ حَمِيَّةَ ٱلۡجَٰهِلِيَّةِ فَأَنزَلَ ٱللَّهُ سَكِينَتَهُۥ عَلَىٰ رَسُولِهِۦ وَعَلَى ٱلۡمُؤۡمِنِينَ وَأَلۡزَمَهُمۡ كَلِمَةَ ٱلتَّقۡوَىٰ وَكَانُوٓاْ أَحَقَّ بِهَا وَأَهۡلَهَاۚ وَكَانَ ٱللَّهُ بِكُلِّ شَيۡءٍ عَلِيمٗا ٢٦
Yeroo warri kafare qalbii isaanii keessa haaloo, haloo (hinaaffaa) wallaaltotaa godhatee, Rabbiin tasgabbii isaa ergamaa isaatiifi mu’uminoota irratti buusee. jecha sodaa (Isaa) isaan qabachiise [yaadadhu]. Isaanumatu ishee haqa godhatee, warra ishee ta’e. Rabbiin waan hunda beekaa ta’eera.1
Footnotes
  • [1] jechi sodaa isaa sun "laa ilaaha illallaahu" dha.

Changelog