Oromo Translation - Rowwad Translation Center

Ayah by Ayah

Tags

Download Links

Oromo Translation - Rowwad Translation Center translation for Surah Al-Fath — Ayah 27

48:27
لَّقَدۡ صَدَقَ ٱللَّهُ رَسُولَهُ ٱلرُّءۡيَا بِٱلۡحَقِّۖ لَتَدۡخُلُنَّ ٱلۡمَسۡجِدَ ٱلۡحَرَامَ إِن شَآءَ ٱللَّهُ ءَامِنِينَ مُحَلِّقِينَ رُءُوسَكُمۡ وَمُقَصِّرِينَ لَا تَخَافُونَۖ فَعَلِمَ مَا لَمۡ تَعۡلَمُواْ فَجَعَلَ مِن دُونِ ذَٰلِكَ فَتۡحٗا قَرِيبًا ٢٧
Rabbiin ergamaa Isaatiif manaama haqaan dhugoomsee jira. Yoo Rabbiin fedhe masjiida kabajamaa niseentu, nagayaan mataalee keessan haaddachaa, (gariinis) gabaabsachaa, kan hinsodaanne. Inni (Rabbiin) waan isin hin beekin beekeeti sanii asitti injifannoo dhihoo (araara hudeeybiyaa) godhe.

Changelog