Oromo Translation - Rowwad Translation Center

Ayah by Ayah

Tags

Download Links

Oromo Translation - Rowwad Translation Center translation for Surah Al-Mumtahanah — Ayah 3

60:3
لَن تَنفَعَكُمۡ أَرۡحَامُكُمۡ وَلَآ أَوۡلَٰدُكُمۡۚ يَوۡمَ ٱلۡقِيَٰمَةِ يَفۡصِلُ بَيۡنَكُمۡۚ وَٱللَّهُ بِمَا تَعۡمَلُونَ بَصِيرٞ ٣
Firoonni keessaniifi ilmaan keessanis homaa isin hin fayyadan; Guyyaa Qiyaamaa (Rabbiin) jidduu keessan addaan isin baasa. Rabbiin waan isin hojjattan argaadha.1
Footnotes
  • [1] guyyaa qiyaamaa jidduu isaanii addabaasuun qajeela jannata seensisee jallaa ibidda seensisuudhaani.

Changelog