Oromo Translation - Rowwad Translation Center

Ayah by Ayah

Tags

Download Links

Oromo Translation - Rowwad Translation Center translation for Surah Al-Jumu'ah — Ayah 10

62:10
فَإِذَا قُضِيَتِ ٱلصَّلَوٰةُ فَٱنتَشِرُواْ فِي ٱلۡأَرۡضِ وَٱبۡتَغُواْ مِن فَضۡلِ ٱللَّهِ وَٱذۡكُرُواْ ٱللَّهَ كَثِيرٗا لَّعَلَّكُمۡ تُفۡلِحُونَ ١٠
Yeroo salaatattiin xumuramte immoo dachii keessa faca'aa; tola Rabbii irraa barbaaddadhaa. baay'inaan Rabbiin faarsaa Akka milkooftaniif jecha.

Changelog