Oromo Translation - Rowwad Translation Center

Ayah by Ayah

Tags

Download Links

Oromo Translation - Rowwad Translation Center translation for Surah Al-Jumu'ah — Ayah 9

62:9
يَٰٓأَيُّهَا ٱلَّذِينَ ءَامَنُوٓاْ إِذَا نُودِيَ لِلصَّلَوٰةِ مِن يَوۡمِ ٱلۡجُمُعَةِ فَٱسۡعَوۡاْ إِلَىٰ ذِكۡرِ ٱللَّهِ وَذَرُواْ ٱلۡبَيۡعَۚ ذَٰلِكُمۡ خَيۡرٞ لَّكُمۡ إِن كُنتُمۡ تَعۡلَمُونَ ٩
Yaa warra amantan! Yeroo guyyaa Jum'ataa keessatti salaataaf lallabame (azaaname) gara zikrii Rabbii (salaataa) deemaa; gurgurtaa dhiisaa. kanatu isiniif caala Yoo kan beektan taataniif.1
Footnotes
  • [1] guyyaan jum'ah sadarkaa guddaa qaba, caalaa guyyootaati. isa keessa salaata jum'aattu jira. isiin Raka'aa lama tan khuxbaan lama isii dura jirtuudha. salaanni jum'aa sadarkaa guddaa qabdi, isii salaatuun milkii guddaadha. irraa hafuun dilii hamaadha.

Changelog