Oromo Translation - Rowwad Translation Center

Ayah by Ayah

Tags

Download Links

Oromo Translation - Rowwad Translation Center translation for Surah Al-Mulk — Ayah 20

67:20
أَمَّنۡ هَٰذَا ٱلَّذِي هُوَ جُندٞ لَّكُمۡ يَنصُرُكُم مِّن دُونِ ٱلرَّحۡمَٰنِۚ إِنِ ٱلۡكَٰفِرُونَ إِلَّا فِي غُرُورٍ ٢٠
Sila innin sun ka Rahmaaniin achitti waraanaa isiniif ta'ee isinii tumsuu eenyuma? Kaafiroonni gowwummaa keessatti malee hintaane.1
Footnotes
  • [1] kaafiroonni sheyxaanaatu isaan gowwoomsee jala deemanii kafaran.

Changelog