Oromo Translation - Rowwad Translation Center

Ayah by Ayah

Tags

Download Links

Oromo Translation - Rowwad Translation Center translation for Surah Al-Mulk — Ayah 21

67:21
أَمَّنۡ هَٰذَا ٱلَّذِي يَرۡزُقُكُمۡ إِنۡ أَمۡسَكَ رِزۡقَهُۥۚ بَل لَّجُّواْ فِي عُتُوّٖ وَنُفُورٍ ٢١
Inni isin sooru sun eenyu Odoo Inni soorata Isaa (isinirraa) qabee? (hinjiru). Dhugumatti, isaan diddaafi (haqa) irraa baqachuu itti fufan.1
Footnotes
  • [1] yoo Rabbiin rizqii isaa isin dhoorge tokkolleen kan biroo kan isin razzaqu hinjiru.

Changelog