Oromo Translation - Rowwad Translation Center

Ayah by Ayah

Tags

Download Links

Oromo Translation - Rowwad Translation Center translation for Surah Al-Fajr — Ayah 22

89:22
وَجَآءَ رَبُّكَ وَٱلۡمَلَكُ صَفّٗا صَفّٗا ٢٢
(Yeroo) Gooftaan kee dhufee maleykonnis hiriira hiriiran [dhufan].1
Footnotes
  • [1] dhufiinsa Rabbii keenya akkaataa isaan malutti dhufuun beekamaadha. guyyaa qiyaamaa gabroota jiddutti murteessuuf dhufa. kana mormuun hintahu.

Changelog