Oromo Translation - Rowwad Translation Center

Ayah by Ayah

Tags

Download Links

Oromo Translation - Rowwad Translation Center translation for Surah Al-Fajr — Ayah 23

89:23
وَجِاْيٓءَ يَوۡمَئِذِۭ بِجَهَنَّمَۚ يَوۡمَئِذٖ يَتَذَكَّرُ ٱلۡإِنسَٰنُ وَأَنَّىٰ لَهُ ٱلذِّكۡرَىٰ ٢٣
Guyyaa san jahannamis ni fidama Guyyaa san namni ni yaadata Yaadannoon (guyyaa sanii) maal isaaf godha ree? (homaa isa hinfayyadu)1
Footnotes
  • [1] hadiisatti akkana jedhame "guyyaa san jahannam nifidhamti haala lugaama kuma torbaatam qabduun kan lugaama tokko maleeykan kuma torbaatam harkiftu".

Changelog